Oromo
Etymology
(This etymology is missing or incomplete. Please add to it, or discuss it at the Etymology scriptorium.)
Pronunciation
- Syllables - fi-xuu, Count - 2
Verb
fixuu
- to finish
Conjunction
Past Tense (Yeroo Darbee)
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ani (I)
|
fixe |
hin fixne
|
| Ati (You, sing)
|
fixxe |
hin fixne
|
| Inni (He)
|
fixe |
hin fixne
|
| Isheen (She)
|
fixxe |
hin fixne
|
| Nuti (We)
|
fixne |
hin fixne
|
| Isin (You, plural)
|
fixxan |
hin fixne
|
| Isaan (They)
|
fixan |
hin fixne
|
Present Perfect Tense
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ani (I)
|
fixeera |
fixee hin jiru
|
| Ati (You, sing)
|
fixxeetta |
fixxee hin jirtu
|
| Inni (He)
|
fixeera |
fixee hin jiru
|
| Isheen (She)
|
fixxeetti |
fixxee hin jirtu
|
| Nuti (We)
|
fixneerra |
fixnee hin jirru
|
| Isin (You, plural)
|
fixxaniittu |
fixxanii hin jirtan
|
| Isaan (They)
|
fixaniiru |
fixanii hin jiran
|
Present Continuous Tense
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ani (I)
|
fixaan jira |
fixaa hin jiru
|
| Ati (You, sing)
|
fixaa jirta |
fixaa hin jirtu
|
| Inni (He)
|
fixaa jira |
fixaa hin jiru
|
| Isheen (She)
|
fixaa jirti |
fixaa hin jirtu
|
| Nuti (We)
|
fixaa jirra |
fixaa hin jirru
|
| Isin (You, plural)
|
fixaa jirtu |
fixaa hin jirtan
|
| Isaan (They)
|
fixaa jiru |
fixaa hin jiran
|
Intentional Future Aspect
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ani (I)
|
fixuufan jira |
fixuuf hin jiru
|
| Ati (You, sing)
|
fixuuf jirta |
fixuuf hin jirtu
|
| Inni (He)
|
fixuuf jira |
fixuuf hin jiru
|
| Isheen (She)
|
fixuuf jirti |
fixuuf hin jirtu
|
| Nuti (We)
|
fixuuf jirra |
fixuuf hin jirru
|
| Isin (You, plural)
|
fixuuf jirtu |
fixuuf hin jirtan
|
| Isaan (They)
|
fixuuf jiru |
fixuuf hin jiran
|
Imperative (Command)
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ati (You, sing)
|
fixi |
hin fixin
|
| Isin (You, plural/polite)
|
fixaa |
hin fixinaa
|
Derived terms
- fixaa (male adjective)
- fixxuu (female adjective)
- fixxoota (plural adjective)
- fixuudhaan (adverb)
Hidden categories:
- Requests for etymologies in Oromo entries
- Pages with entries
- Pages with 1 entry