Oromo
- kannuu
- khennuu (Harargee)
Etymology
Cognate with Harar Oromo khannu, Waata kanna, Somali keen.
Verb
kennuu (infinitive)
- (transitive) to give
Inflection
Past Tense (Yeroo Darbee)
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ani (I)
|
kenne |
hin kennine
|
| Ati (You, sing)
|
kennite |
hin kennine
|
| Inni (He)
|
kenne |
hin kennine
|
| Isheen (She)
|
kennite |
hin kennine
|
| Nuti (We)
|
kennine |
hin kennine
|
| Isin (You, plural)
|
kennitan |
hin kennine
|
| Isaan (They)
|
kennan |
hin kennine
|
Present Perfect Tense
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ani (I)
|
kenneera |
kennee hin jiru
|
| Ati (You, sing)
|
kenniteetta |
kennitee hin jirtu
|
| Inni (He)
|
kenneera |
kennee hin jiru
|
| Isheen (She)
|
kenniteetti |
kennitee hin jirtu
|
| Nuti (We)
|
kennineerra |
kenninee hin jirru
|
| Isin (You, plural)
|
kennitaniittu |
kennitanii hin jirtan
|
| Isaan (They)
|
kennaniiru |
kennanii hin jiran
|
Intentional Future Aspect
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ani (I)
|
kennuufan jira |
kennuuf hin jiru
|
| Ati (You, sing)
|
kennuuf jirta |
kennuuf hin jirtu
|
| Inni (He)
|
kennuuf jira |
kennuuf hin jiru
|
| Isheen (She)
|
kennuuf jirti |
kennuuf hin jirtu
|
| Nuti (We)
|
kennuuf jirra |
kennuuf hin jirru
|
| Isin (You, plural)
|
kennuuf jirtu |
kennuuf hin jirtan
|
| Isaan (They)
|
kennuuf jiru |
kennuuf hin jiran
|
Imperative (Command)
| Pronouns |
Affirmative |
Negative
|
| Ati (You, sing)
|
kenni |
hin kennin
|
| Isin (You, plural/polite)
|
kennaa |
hin kenninaa
|
References
- Gamtaa, Xilaahun (2004), Galmee Afaan Oromo fi Afaan Ingilizii Barsiisuu - Comprehensive Oromo-English-Dictionary (COED), New York, USA: Karrayyuu Publishing, →ISBN, page 512
Hidden categories:
- Pages with entries
- Pages with 1 entry